Channel
Updated: 2026-07-27
Garaagarummaa Encryption fi Encoding Maalii? Yeroo IT barannu jechoonni Encryption fi Encoding wal fakkaachuu danda'u. Garuu kaayyoo fi hojii isaanii keessatti garaagarummaa guddaa…
#Website_Maalii? Website jechuun walitti qabama fuulaalee (web pages) odeeffannoo adda addaa of keessaa qaban kan teessoo addaa (URL) tokko jalatti interneetii irratti argamaniidha…
Windows 7, 8, 10 fi 11 Maalii? Garaagarummaan Isaanii Maali? Windows 7, Windows 8, Windows 10 fi Windows 11 hundi isaanii sirna dalagaa (Operating System) kan Microsoft qopheessedh…
#MICROSOFT_OFFICE_MAALII? MAALIIF FAYYADAMNA? 📌 #Microsoft_Office_Maalii? Microsoft Office jechuun walitti qabama sagantaalee kompiitaraa hojiiwwan guyyaa guyyaa salphisanii raaww…
Flags — countries where our network of observers on Telegram recorded this ad being shown in this channel. It's not the advertiser's targeting country: Telegram serves sponsored ads worldwide, and we simply note where the ad appeared in the feed. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; rare placements (under 5%) are collapsed into “+N”.
Sababoota Ijoo Bilbilli Yeroo Chaarjii Irra Jiru Miidhamu Ykn Gubachuu Danda’u 1. Chaarjarii fi Kebiloota Qulqullina Hin Qabne Sababni guddaan keessaa tokko chaarjarii ykn kebiloot…
Pattern bilbilaa yoo nu jalaa irraanfatame, akkamitti Reset gochuu dandeenya? Bilbilli keenya Pattern dhaan cufamee yoo nu jalaa bade ykn banuu yoo dadhabne, furmaanni isaa bilbili…
CD fi DVD Maalii? 💿 CD (Compact Disc) Maalii? CD jechuun meeshaa kuusaa odeeffannoo dijitaalaa (digital data) ti, kan odeeffannoo gara garaa kuusuuf fayyadu. CD irratti kuufamuu d…
Garaagarummaa Input Device (Meeshaa Galtee) fi Output Device (Meeshaa Ba’ii) Garaagarummaan isaanii hojii isaan kompiyuutara ykn meeshaa dijitaalaa keessatti hojjetan irratti hunda…
Welcome to Oromo Tech Hub, the leading channel that empowers the Oromo community with smart technology, digital skills, and modern innovation — all explained in Afaan Oromoo. ●Owner:- @abukitahir