Channel
Biiroo Barnoota Oromiyaa is strongly working on improvement of quality education in Oromia Regional State and all over the country This channel is created to help students with what we can and what we have!
Updated: 2026-07-09
Baga geessan! 2018 Kabajamtoota fi jaalatamtoota kenyaa hunda keessaninu baga nagaan isinin gahe. Ayyaana Gaarii! @Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1
#Baga_Milkooftan! #Baga_Milkoofne! #Galatoomaa! @Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1 CARRAA GAARII..........
Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2017 #Waxabajjii_23 hanga #Adoolessa_08/2017 kan kennamu ta'uun beekame --------------------- 1- #Saayinsiin_Uumamaa, waraqaa irratti kan q…
Guyyaa 26/08/2017 #YAADACHIISA Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaafi 8ffaa Kennamuuf Ji'a Tokkotu Hafe. --------------- #Guyyaa 26-27/09/2017 Qormaata Kutaa 6ffaa yoo ta'u, #Guyyaa 03-05…
Flags — countries where our network of observers on Telegram recorded this ad being shown in this channel. It's not the advertiser's targeting country: Telegram serves sponsored ads worldwide, and we simply note where the ad appeared in the feed. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; rare placements (under 5%) are collapsed into “+N”.
Qormaatni Naannoo #Kutaa_6ffaa_8ffaafi biyyoolessaa kutaa 12ffaa #Caamsaafi_Waxabajjii 2017 keessa walduraa duubaan ni kennama jedhame. ------------- BBO- Ebla 20/2017 Biiroon Barn…
#Barattootni_Qormaata_Biyyoolessaa bara 2017 '#ONLINE'niin fudhatan adda bahuun beekamaniiru ------------ BBO- Ebla 18/2017 Barattootni Bara 2017 Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa…
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1
Guraandhala 12/2017 Qormaatni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2017 kan qophaa'u; -Kitaaba Kutaa 11ffaafi 12ffaa Sirna Barnootaa Haaraa keessaa yoo ta'u, - Kutaa 9ffaafi 10ffaa Sirna…